Opened
By The Kingdom Tribe (TKT).
Built by Paruto.
v2.3.3
Skip to content
Opened
en
Today
Ask
Read
Journey
More
Joel
Joel
3
GAX
BSB
A
a
Joel 3
3
Joel
Judgment of the nations
Guji Oromo Bible
Jerusalem
, place
Judah
, person
Israel
, person
Valley of Jehoshaphat
, place
Egypt
, place
Edom
, place
Tyre
, place
Sidon
, place
2 more
Guji Oromo Bible
Berean Standard Bible
1
GAX
Mootiin Waan Maraa, «Bara sanii fi yennaa sanitti, boojuu Yihuda'aatii fi Yerusaalemii yennaa deebisu,
BSB
BSB:
“Yes, in those days and at that time, when I restore Judah and Jerusalem from captivity,
2
GAX
gosa biyya adda addaa mara wolitti qabee, dhooqa Yoshaafaaxiititti hin geessa; sababa isaan kolbaa tiyya Israa'el biyya ormaatitti bittinneessanee, lafa tiyya qoqoodataneef, achitti isaanitti mura.
BSB
BSB:
I will gather all the nations and bring them down to the Valley of Jehoshaphat. There I will enter into judgment against them concerning My people, My inheritance, Israel, whom they have scattered among the nations as they divided up My land.
3
GAX
Kolbaa tiyya ta booji'ante qoodamiisaaf, hixaa buufataneeran; ilmaan dhiiraa dubartii woliin sagaagalaneef gatii kennanee, ijoollee durraa daadhii woyni'iititti gurguratanee ittiin unane.
BSB
BSB:
They cast lots for My people; they bartered a boy for a prostitute and sold a girl for wine to drink.
4
GAX
«Isin worri Xiiroosii fi Sidoonii, adaala Filisxeemotaa keessa worri jirtanu maraayyuu, maan ana irraa qaddan? Ana haluu bayiisaaf teetanii? Yoo akkas teetanu te'e, ani hujii teessan ariifadhee mataa keessanitti hin deebisa.
BSB
BSB:
Now what do you have against Me, O Tyre, Sidon, and all the regions of Philistia? Are you rendering against Me a recompense? If you retaliate against Me, I will swiftly and speedily return your recompense upon your heads.
5
GAX
Meeti'ii fi worqii tiyya, akkasuma meya kiyya ka gatii guddoo qabu fudhattanee galma keessan keessa keyattaneertan.
BSB
BSB:
For you took My silver and gold and carried off My finest treasures to your temples.
6
GAX
Namoota Yihuda'aatii fi Yerusaalemii biyyaa isaanii irraa fageessiisaaf, worra Giriikootaatitti gurgurtaneertan.
BSB
BSB:
You sold the people of Judah and Jerusalem to the Greeks, to send them far from their homeland.
7
GAX
Amma ani addee isin isaan itti gurgurtane san lakkisanee akka ka'anu isaan hin godha. Waan isin isaan gootane, anille isin hin godha.
BSB
BSB:
Behold, I will rouse them from the places to which you sold them; I will return your recompense upon your heads.
8
GAX
Ani ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta durraa namoota Yihuda'aatitti akka gurguramanu hin godha; isaanille dabarsanee namoota Saaba'aa, ka biyya fago'ootitti isaan hin gurguratan.
BSB
BSB:
I will sell your sons and daughters into the hands of the people of Judah, and they will sell them to the Sabeans—to a distant nation.” Indeed, the LORD has spoken.
9
GAX
«Lassii tana gosa biyya adda addaatitti lassa'a; lolaaf qophowa'a; loltoota kakkaasa'a; loltooti teessan martinuu as dhikaatanee lolanuu ti.
BSB
BSB:
Proclaim this among the nations: “Prepare for war; rouse the mighty men; let all the men of war advance and attack!
10
GAX
Qottoo teessan shallaagaa, haantuu teessan eboo tunsiifadha'a; nami dadhabaalle, ‹Ani jaba'a› jedhuu ti.
BSB
BSB:
Beat your plowshares into swords and your pruning hooks into spears. Let the weak say, ‘I am strong!’
11
GAX
Isin gosi biyya adda addaa duudiin, dafa'aa baya'aatii, dhooqatti wolitti dacha'a'a!» jedha. Ee Mootii Waan Maraa loltoota teeti gad ergi.
BSB
BSB:
Come quickly, all you surrounding nations, and gather yourselves. Bring down Your mighty ones, O LORD.
12
GAX
Gosi biyya adda addaa martinuu ka'anee, gara dhooqa Yoshaafaaxii dhaqanuu ti; ani Mootiin Waan Maraa, gosa biyya adda addaa ta adaala saniititti muriisaaf, achi hin tee'a.
BSB
BSB:
Let the nations be roused and advance to the Valley of Jehoshaphat, for there I will sit down to judge all the nations on every side.
13
GAX
Hammeenni isaanii guddoo bacateera; akka midhaan geye haantu'uun haamanu isaan haama'a; akka unkuruura woyni'ii addee itti cunfanutti guutanee dhiitanu dhiita'a!
BSB
BSB:
Swing the sickle, for the harvest is ripe. Come, trample the grapes, for the winepress is full; the wine vats overflow because their wickedness is great.
14
GAX
Guyyaan Mootiin Waan Maraa dhooqa mura'aa keessatti muru dhikaateera; tanaaf gumiin bindillaan dhooqa mura'aa keessatti wolitti qabanteerti.
BSB
BSB:
Multitudes, multitudes in the valley of decision! For the Day of the LORD is near in the valley of decision.
15
GAX
Adu'uu fi ji'i hin dukkanowan; urjootille ifa hin kennanu.
BSB
BSB:
The sun and moon will grow dark, and the stars will no longer shine.
16
GAX
Mootiin Waan Maraa Xiyoon keessaa akka neenqaa dhangaa dhowa; Yerusaalem keessalle'ee hin mandi'a; gubba'aa fi latti hin raafaman; Mootiin Waan Maraa ammoo kolbaa ifii Israa'eliif, addee itti baqatanu kushee hin te'a;
BSB
BSB:
The LORD will roar from Zion and raise His voice from Jerusalem; heaven and earth will tremble. But the LORD will be a refuge for His people, a stronghold for the people of Israel.
17
GAX
Tanaaf kolbaa isaatiin, «Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan, Waaqa keessan akka te'e hin beettan; Gaara woyyicha kiyya Xiyoon irra hin le'a; Yerusaalemille qachaa woyyicha hin teeti; ormi deebi'ee ijjumaa isii hin qabatu.
BSB
BSB:
Then you will know that I am the LORD your God, who dwells in Zion, My holy mountain. Jerusalem will be holy, never again to be overrun by foreigners.
18
GAX
«Guyyaa sanitti gaarri duudiin muka woyni'ii hin uffata; kooba irratti loon aanan mirganu hin dhaggaman; lagi Yihudaa keessa jiru duudiin bisaaniin guutama; Galma Waaqaa keessaa bisaan hin burqa; dhooqa muka gololchaa hin obaasa.
BSB
BSB:
And in that day the mountains will drip with sweet wine, and the hills will flow with milk. All the streams of Judah will run with water, and a spring will flow from the house of the LORD to water the Valley of Acacias.
19
GAX
«Sababa namooti Gibxi'iitii fi namooti Edoomii Yihudaa irratti hammeennaan ka'anee, biyya isaanii keessatti dhiiga nama balleessaa hin qannee dhangalaasaneef, biyyi Gibxi'ii goomolee hin teeti; Edoomille goomolee ona hin teeti.
BSB
BSB:
Egypt will become desolate, and Edom a desert wasteland, because of the violence done to the people of Judah, in whose land they shed innocent blood.
20
GAX
Ammoo biyya Yihuda'aa keessa kolbaan haga bara baraa hin leeti; Yerusaalem keessalle dhalootaa haga dhalootaatitti hin leeti;
BSB
BSB:
But Judah will be inhabited forever, and Jerusalem from generation to generation.
21
GAX
Haluu dur namoota Yihuda'aatii fi namoota Yerusaalemiitiif hin baasin ture, amma hin baasaaf. Ani Mootiin Waan Maraa gaara Xiyoonii irra hin le'a» jedheera.
BSB
BSB:
For I will avenge their blood, which I have not yet avenged.” For the LORD dwells in Zion.
Chapter complete
You’ve read Joel 3
Chapter 3 of 3 in Joel
Up next
Amos 1
Read Amos 1
Back to Joel 2
Go deeper
Commentary
What the commentators say on Joel 3
Ask Study Help
Ask anything about Joel 3
GAX
Guji Oromo Bible. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0 (creativecommons.org/licenses/by-sa/4.0). Text from eBible.org; verses renumbered to the KJV scheme where they differ, otherwise unchanged.
BSB
The Holy Bible, Berean Standard Bible, BSB. Dedicated to the public domain. BereanBible.com
Joel 2
Joel 3
Amos 1