Opened
By The Kingdom Tribe (TKT).
Built by Paruto.
v1.42.4
Skip to content
Opened
Today
Ask
Read
Journey
More
Mic
Micah
2
GAX
BSB
A
a
Micah 2
2
Micah
Judgment on Samaria and Jerusalem
Guji Oromo Bible
Israel
, person
Guji Oromo Bible
Berean Standard Bible
1
GAX
Worra taqee ifii irra irkatee karoora hamaa baasuuf aanne'e! Tana godhiisaaf hunna waan qabanuuf, yennaa latti bariite hujii irra oolchan.
BSB
BSB:
Woe to those who devise iniquity and plot evil on their beds! At morning’s light they accomplish it because the power is in their hands.
2
GAX
Isaan fichaa namaa kajeelanee, hunnaan qabatan; mana namaalle kajeelanee fudhatan; isaan mana tokko nama isaa woliin, lafa isaa woliin mirga namaa dhiitanee, karra isaa fudhatan.
BSB
BSB:
They covet fields and seize them; they take away houses. They deprive a man of his home, a fellow man of his inheritance.
3
GAX
Tanaaf, Mootiin Waan Maraa, «Ani kolbaa tana irratti balaa fidiisaaf karoora baasiisatti jira; isin balaa san jalaa bayiisa hin dandeettanu. Yennaan sun hantuu waan teetuuf, bondhooraa ideemiisa hin dandeettanu.
BSB
BSB:
Therefore this is what the LORD says: “I am planning against this nation a disaster from which you cannot free your necks. Then you will not walk so proudly, for it will be a time of calamity.
4
GAX
Guyyaa san namooti isinitti murgaa, faaruu gaddaa tana marroo teessaniif faarsaa, ‹Nuuti ijjumaa banneerra; latti kolbaa teennaa qoqoodanteerti; Mootiin Waan Maraa fichaa keenna nu irraa fuudhee worra nu injifateef qoodeera› hin jedhan» jedha.
BSB
BSB:
In that day they will take up a proverb against you and taunt you with this bitter lamentation: ‘We are utterly ruined! He has changed the portion of my people. How He has removed it from me! He has allotted our fields to traitors.’”
5
GAX
Tanaaf, yaa'ii Mootiin Waan Maraa keessatti nami hixa'aan lafa isiniif qoodu hin jiru.
BSB
BSB:
Therefore, you will have no one in the assembly of the LORD to divide the land by lot.
6
GAX
Raagoti isaanii, «Nutti hin raagin! Marroo waan kanaa nutti hin raagin; salphinni nu irra hin gewu.
BSB
BSB:
“Do not preach,” they preach. “Do not preach these things; disgrace will not overtake us.”
7
GAX
Ee sanyii Yaaqoobii, wonni akkasii hin jedhamaa ree? Ayyaanni Mootiin Waan Maraa ossa dhabee ree? Inni hujii akkasii hujaa ree?» jedhan. Mootiin Waan Maraa, «Qajeelumma'aan ka ideemuuf, jechi kiyya waan dansaa hin godhuuf ree?.
BSB
BSB:
Should it be said, O house of Jacob, “Is the Spirit of the LORD impatient? Are these the things He does?” Do not My words bring good to him who walks uprightly?
8
GAX
Muummee irratti isin akka diinaa teetanee kolbaa tiyya irratti kaatane; yaada lolaa adoo hin qabaatin, namoota nageyaan dabaranu irraa woyaa isaanii mulqattane.
BSB
BSB:
But of late My people have risen up like an enemy: You strip off the splendid robe from unsuspecting passersby like men returning from battle.
9
GAX
Dubartoota kolbaa tiyyaa mana isaanii dansaa keessaa gad ariitane; isin ulfinna kiyya ijoollee isaanii irraa haga bara baraa fudhattane.
BSB
BSB:
You drive the women of My people from their pleasant homes. You take away My blessing from their children forever.
10
GAX
Addeen tun waan battootteertuuf, akka malee baddeerti; isiin addee foora keessanii waan hin te'iniif, ka'a'aatii asii deema'a.
BSB
BSB:
Arise and depart, for this is not your place of rest, because its defilement brings destruction—a grievous destruction!
11
GAX
«Nami dharaamessi sobu tokko dhufee, ‹Marroo daadhii woyni'iitii fi marroo untoo macheessituu hin raaga› yoo jedhe, kolbaa tanaaf raagichi fudhatama qabu isa.
BSB
BSB:
If a man of wind were to come and say falsely, “I will preach to you of wine and strong drink,” he would be just the preacher for this people!
12
GAX
«Ee sanyii Yaaqoobii, ani dhugumaan isin mara wolitti hin qaba; kolbaa Israa'elii worra baraaree hafe adduma tokko wolitti hin qaba; akka hoolee gooree keessa jirtuu, akka tika hoole'ee ta marra dheediisatti jirtuu, kolbaan lafa hin guutti» jedhe.
BSB
BSB:
I will surely gather all of you, O Jacob; I will collect the remnant of Israel. I will bring them together like sheep in a pen, like a flock in the midst of its pasture—a noisy throng.
13
GAX
Ka cassee karaa banu, isaaniin dura hin deema; isaan karra cassanee keessa dabaranee, gad hin bayan; mootiin isaanii dabaree isaaniin dura hin deema; Mootiin Waan Maraalle isaan hin sooressa.
BSB
BSB:
One who breaks open the way will go up before them; they will break through the gate, and go out by it. Their King will pass through before them, the LORD as their leader.
Chapter complete
You’ve read Micah 2
Chapter 2 of 7 in Micah
Up next
Micah 3
Read Micah 3
Listen
Back to Micah 1
Go deeper
Commentary
What the commentators say on Micah 2
Ask Study Help
Ask anything about Micah 2
GAX
Guji Oromo Bible. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0 (creativecommons.org/licenses/by-sa/4.0). Text from eBible.org; verses renumbered to the KJV scheme where they differ, otherwise unchanged.
BSB
The Holy Bible, Berean Standard Bible, BSB. Dedicated to the public domain. BereanBible.com
Micah 1
Micah 2
Micah 3