Opened
By The Kingdom Tribe (TKT).
Built by Paruto.
v1.35.0
Skip to content
Opened
Today
Ask
Read
Journey
More
Gen
Genesis
4
GAX
BSB
A
a
Genesis 4
4
Genesis
Creation and the fall
Guji Oromo Bible
Cain
, person
Abel
, person
Lamech
, person
Adah
, person
Zillah
, person
Adam
, person
Seth
, person
Enoch
, person
11 more
Guji Oromo Bible
Berean Standard Bible
1
GAX
Namichi niitii ifii Heewwan bira geye; isiin ulfoottee ilma deette; «Ani qarqaarsa Waaqaatiin ilma tokko dhaggadheera» jettee maqaa isaa, «Qaayin» baache.
BSB
BSB:
And Adam had relations with his wife Eve, and she conceived and gave birth to Cain. “With the help of the LORD I have brought forth a man,” she said.
2
GAX
Ammalle obboleessa isaa «Abeel» deette. Abeel tissee hoole'ee te'ee, Qaayin ammoo qottuu lafaa te'e.
BSB
BSB:
Later she gave birth to Cain’s brother Abel. Now Abel was a keeper of sheep, while Cain was a tiller of the soil.
3
GAX
Gaafa tokko Qaayin midhaan lafaa irraa Mootii Waan Maraatiif kennansa dhikeesse;
BSB
BSB:
So in the course of time, Cain brought some of the fruit of the soil as an offering to the LORD,
4
GAX
Abeelille buruusota qara dhalatane keessaa qalee, cooma isaanii ciincaa Mootii Waan Maraatiif dhikeesse; Mootiin Waan Maraa Abeelii fi kennansa isaatitti gammade.
BSB
BSB:
while Abel brought the best portions of the firstborn of his flock. And the LORD looked with favor on Abel and his offering,
5
GAX
Qaayinii fi kennansa isaatitti ammoo hin gammanne. Maarre Qaayin aaree bobe'ee, mataa buuse.
BSB
BSB:
but He had no regard for Cain and his offering. So Cain became very angry, and his countenance fell.
6
GAX
Yennaa san Mootiin Waan Maraa Qaayiniin, «Maaf aartee bobeette? Maaf mataa buutte?
BSB
BSB:
“Why are you angry,” said the LORD to Cain, “and why has your countenance fallen?
7
GAX
Waan dansaa adoo hujjee jiraattee, fudhatama dhaggattaayyuu motii? Waan dansaa yoo hin hujin ammoo, cubbuun balbala teeti duratti dhokatteerti; ati ammoo isii injifatuu qadda!» jedhe.
BSB
BSB:
If you do what is right, will you not be accepted? But if you refuse to do what is right, sin is crouching at your door; it desires you, but you must master it.”
8
GAX
Achiin duuba Qaayin obboleessa ifii Abeeliin, «Koy, gara diidaa baanaa» jedhe. Yennaa gara diidaa bayane, Qaayin obboleessa ifii Abeel irratti ka'ee ijjeese.
BSB
BSB:
Then Cain said to his brother Abel, “Let us go out to the field.” And while they were in the field, Cain rose up against his brother Abel and killed him.
9
GAX
Yennaa san Mootiin Waan Maraa, «Obboleessi keeti Abeel eessa jira?» jedhee Qaayin gaafate; inni deebisee, «Ani hin beeku, obboleessa kiyya ka eegu anaa?» jedhe.
BSB
BSB:
And the LORD said to Cain, “Where is your brother Abel?” “I do not know!” he answered. “Am I my brother’s keeper?”
10
GAX
Mootiin Waan Maraalle Qaayiniin, «Wonni ati goote kun maan? Dhiigi obboleessa keetii lafa irraa gara kiyya iyyata.
BSB
BSB:
“What have you done?” replied the LORD. “The voice of your brother’s blood cries out to Me from the ground.
11
GAX
Lafa dhiiga obboleessa keetii uniisaaf afaan bante irratti, amma ati abaarantee hin ari'anta.
BSB
BSB:
Now you are cursed and banished from the ground, which has opened its mouth to receive your brother’s blood from your hand.
12
GAX
Yennaa lafa qottu, latti midhaan sii hin baachu; biyya lafaa irra baqataa daaqaleessa hin teeta» jedhe.
BSB
BSB:
When you till the ground, it will no longer yield its produce to you. You will be a fugitive and a wanderer on the earth.”
13
GAX
Qaayin deebisee Mootii Waan Maraatiin, «Adabami kiyya ka ani ba'atuu dande'u caala.
BSB
BSB:
But Cain said to the LORD, “My punishment is greater than I can bear.
14
GAX
Kunoo, ati adha lafa qotii irraa na ariiteerta; fuula keeti duraa dhokatuu qaba. Ani biyya lafaa irra baqataa daaqaleessa hin te'a; nami na dhagge martinuu na hin ijjeesa» jedhe.
BSB
BSB:
Behold, this day You have driven me from the face of the earth, and from Your face I will be hidden; I will be a fugitive and a wanderer on the earth, and whoever finds me will kill me.”
15
GAX
Mootiin Waan Maraa ammoo, «Akkasii moti. Nami tokko yoo si ijjeese, ani dachaa torba haluu isa hin baya» jedheen. Tanaaf Mootiin Waan Maraa nami Qaayin dhagge akka hin ijjeenneef, beessisa itti godhe.
BSB
BSB:
“Not so!” replied the LORD. “If anyone slays Cain, then Cain will be avenged sevenfold.” And the LORD placed a mark on Cain, so that no one who found him would kill him.
16
GAX
Achiin duuba Qaayin Mootii Waan Maraa duraa bayee, addee oorruu Edeniitiin gara aduun baatu lafa, «Daaqiisa» jedhantu le'e.
BSB
BSB:
So Cain went out from the presence of the LORD and settled in the land of Nod, east of Eden.
17
GAX
Qaayin niitii ifii bira geye; isiin ulfoottee ilma deette; maqaan isaalle, «Henok» jedhame; Qaayin qachaa tokko ijaaree, «Henok» jedhee maqaa ilma ifii itti baase.
BSB
BSB:
And Cain had relations with his wife, and she conceived and gave birth to Enoch. Then Cain built a city and named it after his son Enoch.
18
GAX
Henok, Iraad uumate; Iraad, Mahuyaa'el uumate; Mahuyaa'el, Maatushaa'el uumate; Maatushaa'elille, Laamek uumate.
BSB
BSB:
Now to Enoch was born Irad, and Irad was the father of Mehujael, and Mehujael was the father of Methusael, and Methusael was the father of Lamech.
19
GAX
Laamek dubartoota lama fuudhe; maqaan takkatti'ii Aada'a, maqaan taanii Xiila'a.
BSB
BSB:
And Lamech married two women, one named Adah and the other Zillah.
20
GAX
Aadaan, Yaabaal deette; inni abbaa sanyii worra dunkaana keessa le'anee horii horsiisanee ti.
BSB
BSB:
Adah gave birth to Jabal; he was the father of those who dwell in tents and raise livestock.
21
GAX
Maqaan obboleessa isaalle Yubaal; inni abbaa sanyii worra kiraara dhowaneetii fi suusullee afuufanee ti.
BSB
BSB:
And his brother’s name was Jubal; he was the father of all who play the harp and flute.
22
GAX
Xiilaan, Tubaal-Qaayin deette. Inni sibiilaa fi sageettuu irraa meya adda addaa mara huje. Obboleettiin Tubaal-Qaayinii, Naa'ima'a.
BSB
BSB:
And Zillah gave birth to Tubal-cain, a forger of every implement of bronze and iron. And the sister of Tubal-cain was Naamah.
23
GAX
Laamek niitota ifiitiin, «Ee Aada'a, ee Xiila'a! Na dhage'a'a; niitota Laamekii, waan ani jedhu dhage'a'a. Nami yoo na madeesse, dargaggeessi yoo na dirmammeesse ani hin ijjeesa.
BSB
BSB:
Then Lamech said to his wives: “Adah and Zillah, hear my voice; wives of Lamech, listen to my speech. For I have slain a man for wounding me, a young man for striking me.
24
GAX
Ka Qaayin ijjeesu dachaa torba haluu ka bayanu yoo te'e, ka na ijjeesu dachaa torbaatamii torba haluu bayan» jedhe.
BSB
BSB:
If Cain is avenged sevenfold, then Lamech seventy-sevenfold.”
25
GAX
Addaam ammalle niitii ifii bira geye; isiille ilma deettee, «Nama Qaayin ijjeese, addee Abeelii Waaqi ilma naa kenne» jettee maqaa isaa, «Sheeti» jettee baatte.
BSB
BSB:
And Adam again had relations with his wife, and she gave birth to a son and named him Seth, saying, “God has granted me another seed in place of Abel, since Cain killed him.”
26
GAX
Sheetille ilma uumate; innille maqaa isaa, «Enoshi» jedhee baase; namooti bara san maqaa Mootii Waan Maraa waammatiisa jalqabane.
BSB
BSB:
And to Seth also a son was born, and he called him Enosh. At that time men began to call upon the name of the LORD.
Chapter complete
You’ve read Genesis 4
Chapter 4 of 50 in Genesis
Up next
Genesis 5
Read Genesis 5
Listen
Back to Genesis 3
Go deeper
Commentary
What the commentators say on Genesis 4
Ask Opened AI
Ask anything about Genesis 4
GAX
Guji Oromo Bible. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0 (creativecommons.org/licenses/by-sa/4.0). Text from eBible.org; verses renumbered to the KJV scheme where they differ, otherwise unchanged.
BSB
The Holy Bible, Berean Standard Bible, BSB. Dedicated to the public domain. BereanBible.com
Genesis 3
Genesis 4
Genesis 5