Opened
By The Kingdom Tribe (TKT).
Built by Paruto.
v2.7.0
Skip to content
Opened
en
Today
Ask
Read
Journey
More
Hos
Hosea
8
GAX
BSB
A
a
Hosea 8
8
Hosea
God's case against Israel
Guji Oromo Bible
Israel
, person
Ephraim
, person
Samaria
, place
Judah
, person
Egypt
, place
Assyria
, place
Guji Oromo Bible
Berean Standard Bible
1
GAX
Mootiin Waan Maraa, «Tultullaa afaanitti keyadhu! Kolbaan tiyya gondooroo tiyya cassitee, seera kiyyalle waan mormiteef, diinni akka risa'aa kolbaa tiyya gubbaa mara.
BSB
BSB:
Put the ram’s horn to your lips! An eagle looms over the house of the LORD, because the people have transgressed My covenant and rebelled against My law.
2
GAX
Israa'el, ‹Ee, Waaqa keenna, nuuti si beenna!› jettee gara kiyya iyyiti.
BSB
BSB:
Israel cries out to Me, “O our God, we know You!”
3
GAX
Ammoo waan dansaa jibbiteerti; diinni isii hin ari'a.
BSB
BSB:
But Israel has rejected good; an enemy will pursue him.
4
GAX
«Isaan eeyyama kiyya malee mootota moosifataneeran; adoo na hin gaafatin qondaaltota filataneeran. Lafa irraa badiisaaf, meeti'ii fi worqii ifiitiin waaqota dharaa ifumaaf hujataneeran.
BSB
BSB:
They set up kings, but not by Me. They make princes, but without My approval. With their silver and gold they make themselves idols, to their own destruction.
5
GAX
Ee worra Samaariya'aa, waaqa dharaa keessan ka jabbii fakkaatu gata'a. Aariin tiyya worra waan kana godhu irratti hin bobeetti; isaan haga yoomii qulqullummaa dhaban ree?
BSB
BSB:
He has rejected your calf, O Samaria. My anger burns against them. How long will they be incapable of innocence?
6
GAX
Israa'el keessatti, waaqa dharaa ka jabbii fakkaatu kana nama hujii harkaa beeku tokkotti huje malee, wonni Waaqaa moti; waaqi Samaariya'aa ka jabbii fakkaatu sun caccabee hin bututa.
BSB
BSB:
For this thing is from Israel—a craftsman made it, and it is not God. It will be broken to pieces, that calf of Samaria.
7
GAX
Isaan qilleensa facaafatanee, hobonbolattii haammatan. Midhaan fichaa isaanii mataa hin qabu; midhaanille hin buusu; yoo midhaan buuselle ormatti nyaata.
BSB
BSB:
For they sow the wind, and they shall reap the whirlwind. There is no standing grain; what sprouts fails to yield flour. Even if it should produce, the foreigners would swallow it up.
8
GAX
Kolbaan Israa'elii liqinfanteerti; gosa biyya adda addaa oddu'utti meya bu'aan hin qanne teeteerti.
BSB
BSB:
Israel is swallowed up! Now they are among the nations like a worthless vessel.
9
GAX
Isaan akka harree diidaa qofi joonjanee, gara worra Asoorii dhaqane; kolbaan Efreemii gatii kaffaltee jaalota godhatte.
BSB
BSB:
For they have gone up to Assyria like a wild donkey on its own. Ephraim has hired lovers.
10
GAX
Isaan gosa biyya adda addaa oddu'utti gatii kaffalanee jaalota godhatanulle, ani amma wolitti isaan qabee isaan hin adaba; cunqursaa mootota hunnaameyyi'ii jalatti dadhabaa, dadhabaa hin ideeman.
BSB
BSB:
Though they hire allies among the nations, I will now round them up, and they will begin to diminish under the oppression of the king of princes.
11
GAX
«Kolbaan Israa'elii ciincaa sababa cubbu'uutiif addee ciinca'aa bacaa hujjulle, addeen ciinca'aa sun addee cubbuu itti hujanu teete.
BSB
BSB:
Though Ephraim multiplied the altars for sin, they became his altars for sinning.
12
GAX
Ani waan seera kiyya keessaa hedduu isaaniif barreesse; isaan ammoo waan san akka alaga'aatitti laakkowane.
BSB
BSB:
Though I wrote for them the great things of My law, they regarded them as something strange.
13
GAX
Isaan kennansa ciinca'aa naaf dhikeessan; foon ciinca'aa hin nyaatan. Ani Mootiin Waan Maraa ammoo isaanitti hin gammanne. Ani amma hammeenna isaanii hin qaabadha; cubbuu isaaniitiif isaan hin adaba; isaanille gara biyya Gibxi'ii hin deebi'an.
BSB
BSB:
Though they offer sacrifices as gifts to Me, and though they eat the meat, the LORD does not accept them. Now He will remember their iniquity and punish their sins: They will return to Egypt.
14
GAX
«Israa'el ka isii dade deetee, mana mootumma'aa ijaarratte; kolbaan Yihuda'aalle qachoota dalleya dhaka'aa qabu hedduu ijaarratte. Ani ammoo ibidda qachoota isaaniititti hin erga; ibiddi sunille kushee isaanii hin fixa» jedha.
BSB
BSB:
Israel has forgotten his Maker and built palaces; Judah has multiplied its fortified cities. But I will send fire upon their cities, and it will consume their citadels.
Chapter complete
You’ve read Hosea 8
Chapter 8 of 14 in Hosea
Up next
Hosea 9
Read Hosea 9
Back to Hosea 7
Go deeper
Commentary
What the commentators say on Hosea 8
Ask Study Help
Ask anything about Hosea 8
GAX
Guji Oromo Bible. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0 (creativecommons.org/licenses/by-sa/4.0). Text from eBible.org; verses renumbered to the KJV scheme where they differ, otherwise unchanged.
BSB
The Holy Bible, Berean Standard Bible, BSB. Dedicated to the public domain. BereanBible.com
Hosea 7
Hosea 8
Hosea 9