Opened
By The Kingdom Tribe (TKT).
Built by Paruto.
v2.6.0
Skip to content
Opened
en
Today
Ask
Read
Journey
More
Exod
Exodus
11
GAX
BSB
A
a
Exodus 11
11
Exodus
The plagues and the Passover
Guji Oromo Bible
Egypt
, place
Pharaoh
, person
Moses
, person
Israel
, person
Aaron
, person
Guji Oromo Bible
Berean Standard Bible
1
GAX
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ani amma balaa tokko callaa mooticha Gibxi'iitii fi kolbaa isaa irratti hin fida; saniin duuba mootichi akka isin asii deentanu gad isin hin lakkisa; nami tokkolle adoo hin hafin isin maraayyuu hin ari'a.
BSB
BSB:
Then the LORD said to Moses, “I will bring upon Pharaoh and Egypt one more plague. After that, he will allow you to leave this place. And when he lets you go, he will drive you out completely.
2
GAX
Kolbaan Israa'elii marti ollaa ifii irraa meya meeti'iitii fi worqi'ii gaafatanee akka fudhatanu itti himi» jedhe.
BSB
BSB:
Now announce to the people that men and women alike should ask their neighbors for articles of silver and gold.”
3
GAX
Mootiin Waan Maraa worri Gibxi'ii akka Israa'eloota ulfeessanu godhe. Muuseelle biyya Gibxi'iititti, qondaaltota mootichaatii fi fuula kolba'aa mara duratti nama ulfinnaa te'e.
BSB
BSB:
And the LORD gave the people favor in the sight of the Egyptians. Moreover, Moses himself was highly regarded in Egypt by Pharaoh’s officials and by the people.
4
GAX
Maarre Muuseen mootichaan, «Mootiin Waan Maraa, ‹Halkan wodhakkaa ani lafa Gibxi'ii mara keessa hin deddeema;
BSB
BSB:
So Moses declared, “This is what the LORD says: ‘About midnight I will go throughout Egypt,
5
GAX
ilmaan angafooti Gibxi keessaa marti hin du'an; ilma angaficha mooticha barcumaa mootumma'aa irra tee'uun jalqabee haga ilmaan angafoota dubartoota garboolee daakuu daattuutitti, angafooti hori'iille martinuu hin du'an.
BSB
BSB:
and every firstborn son in the land of Egypt will die, from the firstborn of Pharaoh who sits on his throne, to the firstborn of the servant girl behind the hand mill, as well as the firstborn of all the cattle.
6
GAX
Biyya Gibxi'ii mara keessatti, iyyi wiiccifataa ka kanaan qara te'ee hin beenne yookiin ka gara duraalle hin teene hin te'a.
BSB
BSB:
Then a great cry will go out over all the land of Egypt. Such an outcry has never been heard before and will never be heard again.
7
GAX
Namaa fi horii Israa'elootaatitti ammoo sareelle itti hin duttu; worra Israa'elootaatii fi worra Gibxi'ii oddu'utti Mootiin Waan Maraa garaagarummaa akka godhe kanaan hin beettan› jedheera» jedhe.
BSB
BSB:
But among all the Israelites, not even a dog will snarl at man or beast.’ Then you will know that the LORD makes a distinction between Egypt and Israel.
8
GAX
Muuseen, «Qondaaltoti teeti tun marti gara kiyya dhufanee, na duratti gad jedhanee, ‹Atii fi kolbaan si gula deentu martinuu deema'a!› jedhanee na hin kadhatan; saniin duuba ani hin deema» jedhe. Achiin duuba Muuseen aarii jaddu'uun mooticha biraa bayee deeme.
BSB
BSB:
And all these officials of yours will come and bow before me, saying, ‘Go, you and all the people who follow you!’ After that, I will depart.” And hot with anger, Moses left Pharaoh’s presence.
9
GAX
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Bilbaasi kiyya biyya Gibxi'ii irratti akka bacatuuf, mootichi isin dhage'uu hin didata» jedheeraayyu.
BSB
BSB:
The LORD said to Moses, “Pharaoh will not listen to you, so that My wonders may be multiplied in the land of Egypt.”
10
GAX
Muuse'ee fi Aaronille fuula mootichaa duratti bilbaasota kana mara godhane; Mootiin Waan Maraa ammoo mooticha mataa waan jabeesseef, mootichi Israa'elooti biyya isaa keessaa akka bayanu gad hin lakkinne.
BSB
BSB:
Moses and Aaron did all these wonders before Pharaoh, but the LORD hardened Pharaoh’s heart so that he would not let the Israelites go out of his land.
Chapter complete
You’ve read Exodus 11
Chapter 11 of 40 in Exodus
Up next
Exodus 12
Read Exodus 12
Back to Exodus 10
Go deeper
Commentary
What the commentators say on Exodus 11
Ask Study Help
Ask anything about Exodus 11
GAX
Guji Oromo Bible. Copyright © 2025 The Word for the World International. Licensed under CC BY-SA 4.0 (creativecommons.org/licenses/by-sa/4.0). Text from eBible.org; verses renumbered to the KJV scheme where they differ, otherwise unchanged.
BSB
The Holy Bible, Berean Standard Bible, BSB. Dedicated to the public domain. BereanBible.com
Exodus 10
Exodus 11
Exodus 12